Addis Ababa Ethiopia 1000
contact@domain.com
Mana Murtii Aadaa Haqa Waloof!
Home » MMM Blogs  »  Mana Murtii Aadaa Haqa Waloof!
Mana Murtii Aadaa Haqa Waloof!

Mana Murtii Aadaa Haqa Waloof!
= = =
Uummanni Oromoo jiruufi jireenya isaa keessatti Aadaa, duudhaafi safuu Addunyaaf fakkeenya gaarii ta'e saba qabudha.

Manni murtii aadaa bakka haqni dabe deebi’ee dhugaan itti argamaa jirufi Ragaan sobaa babal’ate hir’achaa dhufuudhaan haqniifi safuun cabaa ture iddootti deebi’aa jirudha.

Kanaafuu dhaloonni har'aa safuufi safeeffannaa Oromoon ganamaa qabuutti jiraachaa dhaloota dhufu dhaalchisuun biyya dhaloonni naamusa gaariin keessa jiraatu ijaaruuf onnetee hojjechuu qaba.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *